Judges 9:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri qarsi torbatama ta mana waaqa worra ka Baal-Berithi jed'ani keesa jirtu kenneefi. Duuba qarsi tanaani inni worra seseega toko bitate, ka isaa woliini yae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maatiin Ba'aalbiriitii birrii torbaatamaa kennaniif; innillee birrii saniin saamtota boru hin beenne bitee isaanillee akka isa duukaa deeman godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan galma Ba'aal-beriitii keessaa, meetii torbaatama fuudhanee isaaf kennane; Abiimelekille namoota siyyaayye'ee fi boru-hinbeennee qaxaratee akka isa gula deemanu godhe.