Judges 9:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaalini dabsatani jennaani kae baqate, Abimelekileeni isaa reebe. Nami hedduni balbala dira keesati madae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeemelekillee isa ari'e, innillee isa jalaa dheesse; haga balbala qachattii sanii nama baay'e'etu miidhamee kufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiimelek Ga'aal ari'e; Ga'aalille isa dura dheete; haga seensuma karra qacha'aa bira geyanutti worri hedduun madowanee jigane.