Judges 9:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abimelekini Aruma qubate, Zebulileeni Gaalifi oboleyaani, isaa Shekemu keesaa had'e balleese worri deebie achi inteenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abemelek Aarumaa keessa jiraate; Zeebuul garuu Ga'aalii fi obboloowwan isaa Seekeemiin keessaa ari'ee isaan baase; achiin maayii isaan achi keessa jiraachuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiimelek Arumaa keessa le'e; Zebulille Ga'aalii fi obboleeyyan isaa qachaa Sheekemii keessa akka hin leene ari'ee baase.