Judges 9:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba nama isaa fud'ate ch'ibra fulla saditi gargari qoode, alati d'okhate worra eege. Inni worra dira keesa ga yau arginaani, aka worra fit'u fulla iti d'okhate gabahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota isa hordofan fudhatee garee sadihitti isaan qoodee akka riphanii eegan godhe; worri Seekeemii hennaa qachaa keessaa bayan arge, hulee ufii itti riphanii ka'anii isaan fixan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
loltoota ifii fudhatee, golii saditti qoodee, fichaa keessatti riphee isaan eege. Inni namooti qachaa keessaa bayaaranuun yennaa dhagge, addee riphee ka'ee isaan ijjeese.