Judges 9:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Abimelekifi duuli isaa fullo dira suni keesati sime worra deebiu d'owu, ch'ibrani, lamaani taani biyya Shekemu ta ala jirtu taani haate hobaafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abemelekii fi worri garee isaa ta'an dallawa qachatti'ii eegu'uuf jarjaranii yaa'anii balbala qachatti'ii bira dhaabatan; gareen lamaan hafan garuu worra raasaa jiran fixan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiimelekii fi goliin isa woliin jirtu, seensuma karra qacha'aa eegiisaaf ariifatanee bayanee balbala seensuma karra qacha'aa san dura dhaabbatane; goliin lama hattelle, namoota fichaa keessa jiranu maratti fiiganee ijjeesane.