Judges 9:46 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gugurdaani ka mana jaba nyaapa iti d'okhatani ka Shekemu keesa jiru, waan kana d'agaye, mana jaba ka waaqa worraa ka Baal-Berithi jed'aniti baqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni kaloo Seekeemii keessa jiran haga waan kana dhagayan, kushee mana Elbiriitiititti dhokatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri xelleephoo qachaa Sheekemii keessaa duudiin, yennaa waan kana dhage'ane, kushee galma Ba'aal-beriitii keessa seenane.