Judges 9:47 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka worri suni ch'ufti achiti wolti bahe Abimelekiti himnaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abemelekillee namoonni kaloo Seekeemii keessa jiran akka wol gayan dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiimelekille akka isaan achitti wolitti qabamane dhage'e.