Judges 9:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dira Ofra fulla mana abba isaa d'aqe, achiti d'akhuma toko gubbati oboleyaani isaa torbatama taani, ta ilmaani Gideoni, fit'e. Ammo Yothamuni, ilmi maand'ichi Gideoni, d'okhate bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara hulee oofraa jedhamtuu gara qe'ee abbaa ufii dhaqee, ijoollee Yiruba'aalii obboleewwan ufii torbaatammanuu dhagaa tokkocha irratti goorra'e; Iyyo'aataam obboleessi isaa ka maandha'aa garuu dhokatee hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara mana abbaa ifii ka qachaa Ofra'aa keessaa dhaqee, ilmaan Giidewonii, obboleeyyan ifii torbaatama dhakaa tokkocha irratti ijjeese; ilmi Giidewonii maandhichi Yotaam ammoo waan dhokateef hafe.