Judges 9:51 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achile mana jaba d'eera nyaapa iti d'okhatani jira nami dira suni keesa jiru, d'iirafi nad'eeleni, mana suniti baqatani ufiti ch'ufaani, gubba olkorani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattii keessa dalloofni dhaga'aan dallawame guddaan tokko waan jiruuf namoonni qachattii sanii dhiirrinii fi dubartoonni maruu gara qachattii sanii dheessanii balbala qachattii sanii duubaan cufanii mana manaan gubba'aa irra ol bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa san keessa xelleephoon jadduun takka waan jirtuuf, worri qachaa sanii dhiirtii fi dubartiin marti, sooressitooti martinuu gara xelleephoo sanii baqatanee seenane; balbalalle gara keessaatiin ifitti cufatanee, xelleephoo irra ol bayane.