Judges 9:54 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni hurrise, gurba miha isaa ka lola baatu yaame waan jed'eeni, Goraade tante qalqala keesaa luqisi, na ijeesi. Aka nami, nad'eeniti ijeese injenne. Jennaani gurbaani suni tumaata tokooni ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee daddafee loltuu isa eegu waamatee, «Akka namni dubarti'itu isa ajjeese hin jenne, guraadee kee luqqifadhuu na ajjeesi» jedheen. Ka'imtichi hin woraaneen, innillee hin du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoosuma inni, dargaggeessa meya isaa ka woraanaa ba'ateeru waamee, «Akka kolbaan, ‹Dubartii takkatti isa ijjeese› akka naan hin jenne, shallaagaa keeti buqqifadhuutii na ijjeesi» jedheen. Tanaaf dargaggeessi shallaaga'aan hordee isa ijjeese.