Judges 9:57 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Waaqi worra Shekemu ch'ufa ch'ubbu ira deebise, akuma Yothamuni, ilmi Gideoni qara jed'e, gaafa worra abaare kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Rabbi dhara namoota Seekeemii maraa isaanumatti deebise; Akka kanaan wonti ilmi Geedewoonii Iyyoo'aataam akka isaan irra gawu dubbate isaan irratti raawwatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma Waaqi hammeenna kolbaa Sheekemiille, mataa isaaniititti deebisee, abaarsi Yotaamii ilma Giidewoniille isaan dhaqqabe.