Judges 9:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yothamuni dubbi tana d'ageennaani gaara Gerizimu fiit'eeni bahe lalabe waan worrani jed'e, worri Shekemu, na ch'aqasa, aka Waaqileeni isani ch'aqasu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga waan kana Iyyoo'aatamitti himan, inni gaara Gaariizaanii irra dhaabatee laagaa ufii ol fudhatee akkana isaaniin jedhe; «Namoota Seekeemii! akka Rabbi isin dhagawu na dhagayaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yotaam yennaa waan kana dhage'e, qaccee gaara Geriiziimiititti ol bayee, «Isin worra Sheekemii, na caqasa'a! Waaqille isin hin caqasa.