Lamentations 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami isi keesa jiru waate waan nyaatu barbaade; worri hori qara olkeeyate waan nyaatuni aka indoone jijirate waan jed'e, Ee AABBO, badi teenna ilaali.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin isi'ii maruu rakkatee buddeena soqaa iyya; lubbu'uun jiraachu'uuf qabeenna isaanii kabajjamaa nyaataan jijjiiran; «Yaa Rabbi! ani waan salphadheef na yaadadhu; na argi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan isi'ii marti sagale'eef aaddi; lubbu'uun jiraatiisaaf qabeenna dadansaa ifii sagale'een jijjiiratti. Yerusaalem «Waaqa! Na ilaali; salphinna kiyya duudiille dhaggi!