Lamentations 1:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nama d'aatu dabru ch'ufa dubbifte waan jette na ilaala! Nami tokoleeni ka aka kiyya kana gaargale d'ukubsate injiru, d'ukubi suni ka AABBO Waaqi gaafa nati dallane natiini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin worri karaa luftan maruu; kun isiniif womaa mitii mii? mee laalaa'a; argaa'a; waan Rabbi guyyaa lola ufii gudda'aa natti fide; waan na irra geesse; waan na irraan gaye; rakkoon akka rakkoo kiyyaa hin jiraa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin worri karaa tartanu, isiniif womaayyuu te'uu dhaddulle, ka Waaqi guyyaa mufii jaddu'uu natti fide, rakkinna kiyya kana ka fakkaatu jiraa ree? Me ilaala'aatii, dhagga'a!