Lamentations 1:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ch'ubbu tiyya ch'ufa hubate wolti qabe, morma kiyyati kae jennaani ulfinni isi na lellese. AABBO Waaqaati askarti nyaapa kiyyati na kenne, tanaafi anini waan tau d'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuun kiyya lum'a kiyyatti fe'aa ta'eera; harka isaatiin wolitti dhayaman; mormatti na fe'amee hunna kiyya dadhabsiiseera; waan ani uf irraa dhoogguu hin dandeennetti inni dabarsee na kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Inni waanjoo cubbuu tiyyaa wolitti hidhee, morma kiyya irra keyeera. Isiin guddoo waan ulfaattuuf hunna na dhooggite. Waaqi diinota ani dande'ee ifi irraa hin dhooggannetti dabarsee na kenne.