Lamentations 1:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi askarti tiyya ta ira jajanna miid'e, duula d'ibi ka kaima kiyya balleesu nati gadi erge. Inni nama kiyya aka mid'aani zabibu ka daad'i tolchani ch'ach'arase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«loltoota na keessa jiran maraa Rabbi hin morme; ka'imman tiyya butuchu'uuf loltoota natti waame; Rabbi intala Yihuuda'aa cuunfaa woyini'ii keessatti dhiite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waaqi loltoota jajjaboo ani qabu dhidhiiteera; inni dargaggoota tiyya balleessiisaaf loltoota erge; kolbaa tiyya akka midhaan woyni'ii cunfe.