Lamentations 1:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi ka d'ugaati, ato anini isa didele. Nami lafa ch'ufa na ch'aqasa, gaargala kiyya kana arga, kaima kiyya ka d'iiratifi ka uwale yayu boojiani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi qajeela'a; ani garuu ajaja isaatitti diddaa uumee ture; isin baniin maruu dhagayaa'a; leelaluu kiyyallee laalaa'a; dargaggeeyyiin tiyya dhiirrinii fi dubartiinillee; booji'amanii deemaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerusaalem, «Anattuu ajaja isaa dide malee, Waaqi sirrii godhe. Isin kolbaan marti dhage'a'a; rakkoo tiyyaalle ilaala'a; dargaggooti tiyya dhiiraa fi dubartiin marti booji'amaneeran.