Lamentations 1:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini goli tiyya yaamad'e, ammo worri na qarqaaru dide. Qaaloleefi jari gugurdaleni ato waan liqimsu ka ufiini jireesu barbaadu kara dira keesati raawate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani goshoota tiyya hin waame, isaan garuu na ganan; gadoonni tiyyaa fi jaarsonni tiyya uduu lubbuu ufii oolfachu'uuf nyaata soqan; qachattii keessatti dhuman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani jaalota tiyya mara waammadhe; isaan ammoo na qarqaaruu didatane. Hayyootaa fi sooreyyiin tiyya lubbuu ifii jiraachisiisaaf, sagalee adoo barbaadatanuu karaa qacha'aa keessatti du'ane.