Lamentations 1:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa gaargala kiyya laali, d'ipu lubbu tiyya argi! Maro daba kiyyatiifi garaani kiyya yayu aka hamtu laalefate: Alalleti yayu nama fit'ani; mana keesaleti nami ya hobae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yaa Rabbi! attamitti dhiphadhe! ani uf keessatti rakkadheera; ani guddisee waan didaa ta'eef garaa kiyyaan raafameera; diidatti guraade'etu fixa; mana keessallee du'atu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waaqa kiyya, attam akka rakkadhee, keessi kiyya laalatee, gadhaan kiyya raafame ilaali; kolbaa tiyya alatti shallaagaan, mana keessatti duuti fixiisatti jirti.