Lamentations 1:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbu worra inded'ini; akuma maro ch'ubbu tiyyaatiifi na gaargalchite kana worrale gaargalchi. Anini gaargale laafe onneeni na ch'ite waan tahu wollaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeenni isaanii maruu si afoo haa dhufuu; akkuma sababaa diintota tiyyaatiif na irratti goote; isaan irratti taasisi; booyichi kiyya ka rakko'oo baay'ateera; garaan kiyyallee dadhabeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Hammeenni isaanii marti si duratti mudhatuu ti; akkuma cubbuu tiyyaaf na adadde isaanille adabi. Ani guddoo waan aadeef, gaggabeera» jetti.