Lamentations 2:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi dallansu isaa keesa Sioni dukaneese. Inni yayu mid'aguma isi ta gubba gadi buuse balleese ona tolche. Guyya dallansu isaa suni inni mana isale inqaabanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi attamitti lola ufiitiin Tsiyooniin salphise! ta gara sami'ii ol baatee turte; ta Israa'el dhaadattuun gara lafaa gad darbe; guyyaa lola isaa akka hulee luka isaa irra kaayatu akka taate yaadatuu hin barbaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Attam attam Waaqi mufii ifiitiin Xiyoonitti duumensa uffise! Guddinna isi'iille ol-gubbaa irraa gad lafatti darbe. Xiyoon ijjata miila isaa akka teete, guyyaa mufii ifii isii hin qaabanne.