Lamentations 2:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilti ya bohaani na luluqaate, garaani kiyyaleni ya aka male gaargale, ammalle waan gosa tiyya balleesanifi laalalti ya garaa na yakite. Ijoolleefi daimi didiqaleeni gagagabe kara dira keesati jijige.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan baniin kiyya dhumeef; waan daa'imman karaa qachatti'ii irratti gaggabaniif; garaan kiyya gaddaan raafame; ijji tiyya booyaan dadhabde; garaan na raafame; abdii kutadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya waan fixanteef, ijoolle'ee fi annoolleen karaa qacha'aa irratti waan gaggabaneef bowiisaan ilti na jaamaarti. Keessi kiyya na laalatee, addii kutadhe.