Lamentations 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolleeni tuni beelaa d'eebuu haawani worraa boote, kara keesati aka waan madeesani jijidde, harka haawani worraa keesati laanuma hobaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka namoota madaayaniititti karaa qachatti'ii keessatti yoo dadhaban; uduu lubbuun isaanii harka haadha isaaniititti bayu'uuf taatu; «Nyaataa fi bisaan!» jedha'aa booya'aa lubbuun isaanii baati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen akka loltoota madoottee, karaa qacha'aa irratti gaggabanee, «Sagale'ee fi bisaan» meet jedhaa, harka haadha isaanii irratti du'an.