Lamentations 2:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Yerusalemu, bad'aaso tiyya ta anini jaalad'u, ani maani dubbad'a, yokhaani akamini garaa si jabeesa? Nami tokoleeni aka kanke kana taka ingaargale. Badiini tante guddo aka bisaani baariini. Eentu dandae badi si d'owa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maal isiniin jedha? maali'iin wolitti isin qixxeessa? Banii Yerusaalemii ta qachaa jaalatamte keessa jiraattan! maali'iin wolitti isin bikkee isin jajjabeessa? keessattuu banii qachaa Yerusaalemii! bikki badii isin irra gayuu akka galaanaa waan badhaa ta'eef eentu isin fayyisuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Yerusaalem, maan siin jedha? Maani'iin wol si qixxeessa? Xiyoonii tiyya, akka si jajjabeessuuf, maaniin wol si fakkeessa? Badiin si irra dhaqqadde akka abbaaya'aa badho'o; eentu si fayyisuu dande'a?