Lamentations 2:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami si d'aatu bahu ch'uftinu si goyeese, si tufate mata gingilfate badi tante koble waan jed'u, Tunini d'uguma dira mid'aaga Yerusalemu kaani? Diri dira ch'ufa mohu ka baanani kana?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Qachaan bareeddinna guutuu qabdu; ta biyyi maruu itti gammadu tanaa?» jedha'aa worri karaa lufan maruu Yerusaalemitti harka dhaya'aa mataa raasa'aa baldan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri karaa dabaru marti cooraa harka sitti dhowaa, mataa ifii raasaa, «Yerusaalemiin tun ta shaggummaa guutuu qadduu fi qachaa biyyi lafaa duudiin itti gammaddee motii?» jedhan.