Lamentations 2:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi kanke ch'ufti si goyeese ila hamtuni si laale ilkani qare waan jed'u, Nu si imballeesine ree? Qaraa guyyaani nu eegannu kana!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni tee maruu woliin afaan ufii hunnaan banan; ilkaan ciniinnata'aa balda'aa akkana jedhan «Isii liqimsineerra; yeroon hawwine kana; jiraannee arguu dandeenne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti keeti marti afaan bananee si'itti cooran. Ilkaan ciniinnatanee, «Yerusaalem balleessine. Guyyaan nuuti eeggataa turre kana; amma bira geennee dhaggine» jedhan.