Lamentations 2:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan qara malate ya tolche; inni yayu naasu male nu hobaase, akuma duri nuuni jed'e. Inni harka nyaapa keennati nuu kenne badi teennaani worra gammachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan yaade raawwate; jecha ufii ka hennaa dheera'aan dura dubbate raawwate; gara laafinna malee si diige; diinni akka rakkoo keetitti gammadu; gaafa diina keetii hin jabeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan yaade muummesse; jecha ifiille guute. Akkuma dur murteesse marartii malee si balleessee, hunna diinota keetii jabeessee, jinnana keetitti akka gammadanu godhe.