Lamentations 2:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Yerusalemu, maneeni tanteleeni ha AABBO Waaqati bootu, imimaani kankeleeni ha aka galaana halkani guyya yaani; bohafi laalala halkani guyya ilakisini akasiini ufi dad'absiisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii dallawa Yerusaalemii keessa jiraattan! Rabbitti iyyaa'a! imimmaan kee halkanii guyyaa akka lola'aatitti haa yaa'uu; hara baafannaa ufii hin kennin; ija keessan irraa imimmaan hin qoorin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa qachaa Xiyoonii, gara Waaqaa iyya'a! Dalleya qachaa Xiyoonii, imimmaan teeti halkanii fi guyyaa akka lagaa yaatuu ti; hin cadhisin; boyiisalle hin lakkisin.