Lamentations 2:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani kana ch'ufa kakaa, AABBO Waaqati boha; AABBO Waaqa durati garaa kanke laafisi aka bisaani tolchi; ilmaani tante ta garaachani mogaa dira ch'ufati hobau jirtu jed'a, naasu isaa kad'ad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin halkan guutuu ka'aa iyyaa'a; waan garaa keessanitti yaaddan maraa Rabbitti dhiyeessaa'a; lubbuu ijoollee teetii ka beelaan karaa irratti gaggabanii oolchu'uuf faate'een harka keessan gara Rabbii ol kaasaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan guutuu yennaa yenna'atti ka'ii iyyi! Waan gadhaa keeti keessa jiru, Waaqa duratti dhikeessi. Lubbuu ijoollee teetii, ta qaxxaamura karaa irratti beelaan gaggabaneef, daadimanna'aan harka keeti gara Waaqaa ol kaasi.