Lamentations 2:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma nama jilati yaamtu atini nyaapa kiyya nati yaamte, worri na marse lubbu na keesaa baase. Duuba guyya dallansu tante suni worri tokoleeni dandae duraa imbahu. Worri ijoolle tiyya ta jaalalaani anini guddise naraa fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma guyyaa ayyaanaa affeerra'aaf waamtutti; kallattii maraanuu raafama natti waamte; guyyaa lola Rabbii eennullee jalaa hin baane yookaan hin hafne; waan kunuunsee fi waan guddise diinni kiyya na jalaa balleesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akka guyyaa jilaa, diinota kiyya adaala mara irraa waanteerta. Guyyaa mufii Waaqaa, ka miliqe yookiin jiru'uun ka hafe hin jiru. Ijoollee ani uumadhee guddifadhe diinni kiyya na jalaa fixe» jedhi.