Lamentations 2:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dallansu isaa guddo suni keesa inni irre Israeli ch'abse, gaafa nyaapi nuti d'ufeele nu qarqaaru dide, aka ibida nuti bobae waan ch'ufa balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dheekkamsa ufii jaba'aan hunna Israa'elii maraa dadhabsiise; uduu diinni argu gargaarsa isi'ii kennamu dhaabsisee; fiixaa Yaaqoobii irratti akka ibidda mallisuu lola ufii qabsiise; lolli isaa ollaa isaa maraa hin balleesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mufii ifii jaddu'uun, hunna Israa'elii mara dhoogge. Diinni yennaa isaanitti dhufelle, gargaaruu didate. Akkuma bobeenni ibiddaa, waan adaala isaa jiru mara gubu, Waaqi Israa'el gube.