Lamentations 2:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka nyaapa keenna t'iya nuti qabe, nama keenna ka nu jaalanne d'aabbanne ch'ufa fit'e. Arma Yerusalemu keesaleti dallansuni isaa ta aka ibida boobetu nu d'aqabde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka diinaatitti buundhee ufii mirmirfate; waan harka ufii ka mirgaatii qabate nutti mirmirfate; qachaa Yerusaalemiititti waan nu ittiin dhaadannu maraa ajjeese; lola ufii akka ibiddaatitti qabsiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka diinaa daaya ifii itti qajeelfate; harka middicha ifiille qopheeffate. Worra ila namaatitti tolu duudii, akka diinaa ijjeese. Dunkaanii kolbaa Xiyoonii irratti mufii ifii, akka ibiddaa isaan irratti gabbise.