Lamentations 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo Waaqi waan sorio isaa irati baasani, lakise Mana isaa qulqullo dide biraa deeme, aka nyaapi maneeni Yerusalemu gugurdo ch'ach'absule iti lakise. Fulla nu duri keesati jila tolfannu worri sunini keesati geerara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hulee ciincaa ufii hin tuffate; hulee woyyuu ufiillee hin dhiise; dallawa mana mootummaa isi'ii dabarsee diinaa kenne; akkuma guyyaa ayyaana wogga'aa godhan mana Rabbii keessatti laagaa gudda'atu dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi addee ciincaa ifii didee, Galma ifiille lakkise. Dalleya mana mootummaa isi'ii harka diinaatitti dabarsee kenne; akkuma guyyaa jilaatitti godhamu, Galma Waaqa keessatti diinni qeexale.