Lamentations 3:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini waan jed'e, Guyyaani kiyya ya hobae, gara Waaqale d'aabu inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu «Ulfinni kiyya; wonti ani Rabbitti abdadhe maruu deemeera» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani «Jabeenni kiyya, addiin ani Waaqa irraa eegadhu marti baddeerti» jedhe.