Lamentations 3:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja waan kana qaabad'e waan heregad'u qaba:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta'ullee hennaa waan kana yaadadhu; abdi'iin guuttama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Teetulle yennaa waan tokko qaabadhu, addii qaba: