Lamentations 3:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalalaafi naasuuni AABBO Waaqa, ta ind'umne guyya ch'ufa inuma jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu'u wonti hin banneef sababaa araara Rabbiitiif; gara laafummaan isaa waan hin dhumneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli Waaqaa ka bara baraa waan te'eef, marartii isaa ta dhuma hin qanne irraa ta kaate nuuti badiisa dhanne.