Lamentations 3:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama isa d'ugeefate ch'ufati dansa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isa abdataniif; nama isa barbaaduuf Rabbi misha'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi worra addi'iin isa eegatuuf, worra isa barbaaduuf dansa'a.