Lamentations 3:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dandae laalala namatiini d'ufa, ammo jaalalti isaa ta inni nu jaalatu jaalala d'ugaati, ammalle jabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yoma leelalchellee garaa laafa; jaalalli isaa guddaan waan hin jijjiiramneef;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni nama gaddisiisulle, akka jaalala ifii ka bara baraa gudda'aatitti marartii qaba.