Lamentations 3:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu garaa keenna banne Waaqa keenna ka gubba jiru kad'anne waan jennu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaa keenna harka woliin gara Waaqa keenna ka samii jiruu haa kaafnuu; akkana haa jennuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'a gadha'aa fi harka keenna gara Waaqa ol-gubbaa jiruu ol kaannee,