Lamentations 3:48 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Imimaani aka galaana ila keesaa na yaani waan gosa tiyya balleesanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kiyya waan dhumeef lolaan imimmaanii ija kiyyaa jige.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya waan badeef imimmaan ila tiyyaa akka lagaa lolaati.