Lamentations 3:51 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini waan nad'eeni dira kana tolchani argu, garaani kiyya guddo laalefata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan dubartoota qachaa tiyya keessa jiran maraa irra gaye arguun kiyya; gadda hadhaaya'atu na irra gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan diinni kolbaa qachaa Yerusaalemii irratti godhe yennaa dhaggitu gadhaan kiyya hin gadda.