Lamentations 3:54 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaaleeni na liqimsani, ufi sodaad'e waan lubbuuni na keesaa baatu ufi sehe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan guutee mataa kiyya irra gara gale; ani bade jedhee yaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan mataa kiyya irra dacha'ee, ani «Du'aara» jedhe.