Lamentations 3:62 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya gudda kana ch'ufa worri waan kiyya dubbate mala nati d'aata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin waan diintonni tiyya guyyaa maraa natti malanii fi waan isaan natti gunguma'aa oolan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa guutuu diinoti kiyya, na irratti hasaasaa, gunguman.