Lamentations 3:64 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa kiyya, akuma worri kunini na tolche kana worrale tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! waan harki isaanii hojjateef gatii isaan barbaachisu deebisii isaanii kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa! Akka hujii isaaniititti isaaniif kenni!