Lamentations 4:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo wonti woni sunini taatefi maro raagooti isi ch'ubbu tolchite, ammalle qaaloleni isiileeni nama wollaala inqamne d'iiga buufteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun garuu sababaa cubbuu raattotaa; sababaa yakka gadoota isi'iitiif ta'e; waan isii keessatti dhiiga balchootaa jissaniiraniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, sababa cubbuu raagota isi'iitii fi yakkaa hayyoota isi'ii dhiiga worra yakkaa hin qannee dhangalaasaneef tun teete.