Lamentations 4:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni worra gugurdoni aka balla kara gula jonjiti; ammalle nani tokoleeni botole d'iigati jed'e worrati d'iachu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka namoota jaamaniititti karaa keessatti dammaqan; haga namni tokkollee uggee uffata isaanii tuquu hin dandeennetti; guddisee dhiigaan battaayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dhiigaan waan battowaneef nami woyaa isaaniituu tuqu hin jiru. Isaan akka balla'aa karaa irra titimisane.