Lamentations 4:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti iti iyyite waan jetteni, Nura fagaad'a! Isani ya t'urooftani, nu intuqina! Jennaani worri kae lafa ch'ufa keesa mare, ka keessumoma nama tokole ira inargatini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni, «Deemaa'a! isin worri battooftan» jedhanii isaanitti wocan; «Deemaa'a! deemaa'a! nu hin tuqinaa'a!» isaaniin jedhan; hennaa dheessanii jal jal jedhan; namoonni worra Yihuudii hin taane keessa jiraatan «Ammaa achi as taa'uu isaan hin barbaachisu!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti «Isin worri battoottane, achi deema'a! Nu hin tuqina'a» jedhanee isaanitti iyyane. Yennaa isaan baqatanee joonjane, kolbaan gosa biyya adda addaa, «Haganaa achi isaan as turuu hin dande'anu!» jedhane.