Lamentations 4:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu qarqaarsa eganne guyya ch'ufa iluma baamne gara inni d'ufufi laale. Ammo nu ufuftu gosa qarqaarsa womatu ka nu kennitu inqamne iraa wo eeganne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maraa caalaa uduu gargaarsa gatii hin qabne eeggannu; ijji teenna dadhabde; gamoo ijaarsaa keenna gubbaa teennee banii nama oolchuu hin dandeenne irraa gargaarsa eegganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma qarqaarsa adoo eegannuu ilti nu dadhadde; gosa biyya nu qarqaaruu hin dandeenne irraa qarqaarsa eegane.