Lamentations 4:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi nu eegate, nu karale gula worraa jenne yau dad'amne. Guyyaani keenna ya gabaabate, muummeeni teenna ya geete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni nu faanaa deeman; kanaafuu nu karaa keenna deemuu hin dandeenne; dhumti keenna dhiyaateera; guyyaan keenna laakkobsatti galeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti keenna waan nu gaadanuuf kara'aayyuu deemiisa hin dandeenne. Muummeen teenna dhikaattee, barri keenna waan hobba'eef, guyyooti keenna laakkossatti galeera.