Lamentations 4:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri, hayyu AABBO Waaqi fohate, ka jireenna keenna, ka nu waan inni nyaapa ch'ufa nuraa d'owu seenne abdane qabe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri lubbuu keennaa ka Rabbi dibe; siiboo isaaniitiin qabame; gaaddisa jala worra Yihuudii hin taane keessa jiraanna jennee yaannee turre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka Waaqi nu'uuf muude, ka nuuti, «Hafuura jiruu teennaa ti; gaaddisa isaa jalatti gosa biyya adda addaa odduu hin leena» jenne, boolla isaan nu'uuf qotane keessatti qabame.